Posts
Nama Hamaaf Hammeenyi Isaatuu isa dhabamsiisuuf isaaf gahaadha.
- Get link
- X
- Other Apps
Nama Hamaaf Hammeenyi Isaatuu isa dhabamsiisuuf isaaf gahaadha. Bakar ibnu abdullaahi almuzaniyy seenaa itti aantu tana nuuf dabarsa. masaraa mootummaa tokko keessa booharsaa[taphachiisaa]mootichaa tokkootu jira ture,namni kuniis irra daddeebi'uun waan mootichaaf himaa tureetu jira innis "Yaa mootii keenya nama gaariif gaaroommina isaatiif waan bareedaa godhaaf!Nama hamaaf garuu gochi hamaan isaa isaaf ni geessi"kan ja'u. Duubogaa kabajaan mootichi nama kanaaf kennaa dhufe nama biroo keessatti Qirii[mufannoo]uumuun isii hin Oollee, Kana Namni hamaan tokko jidduu mootichaatii fi jidduu booharsatti sharrii takka itti yaadee Qopheeffate. yaaduma sharrii tanaan mootichaatti dhaqee salaamtaa bareedduu itti salaammatee yaa mootii koo waan Abalu namni ja'amu ka ati if biratti nyaachisaa obaasaa qananiisaa jirtu [booharsaan kee]bar! Afaan mootichaa akka malee ajaawaa jachaa maqaa si xureessutti jira tanaan garaan na dadhabnaan siifin hima ja'ee dhufee j'een hogg...